Uumama 10:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ebeer ilmaan lama dhalche. Maqaan isa tokkoo Feeleg*+ ture; sababiin isaas, bara jireenyaa isaatti lafti qoqqoodamtee turte.* Maqaan obboleessa isaa immoo Yoqxaan+ ture. 1 Seenaa Baraa 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ebeer ilmaan lama dhalche. Maqaan isa tokkoo Feeleg*+ ture; sababiin isaas, bara jireenyaa isaatti lafti* qoqqoodamtee turte. Maqaan obboleessa isaa immoo Yoqxaan ture.
25 Ebeer ilmaan lama dhalche. Maqaan isa tokkoo Feeleg*+ ture; sababiin isaas, bara jireenyaa isaatti lafti qoqqoodamtee turte.* Maqaan obboleessa isaa immoo Yoqxaan+ ture.
19 Ebeer ilmaan lama dhalche. Maqaan isa tokkoo Feeleg*+ ture; sababiin isaas, bara jireenyaa isaatti lafti* qoqqoodamtee turte. Maqaan obboleessa isaa immoo Yoqxaan ture.