LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 139:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Karaa dinqisiisaa taʼeen tolfamuun+ koo sodaadhaan waan na guutuuf sin jajadha.

      Hojiiwwan kee dinqisiisoo dha,+

      Kana akka gaariittan beeka.

  • Maatewos 19:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Innis deebisee akkana jedhe: “Waaqayyo jalqabumaa kaasee dhiiraa fi dubartii godhee akka isaan uume+ hin dubbisnee?

  • Maarqos 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Haa taʼu malee, jalqaba uumamaatii kaasee, ‘Waaqayyo dhiiraa fi dubartii godhee isaan uume.+

  • 1 Qorontos 11:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Dhiirri bifaa+ fi ulfina Waaqayyoo waan taʼeef, mataa isaa haguuggachuu hin qabu; dubartiin garuu ulfina dhiiraa ti.

  • 1 Qorontos 11:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kana malees, dubartiitu dhiiraaf uumame malee,+ dhiirri dubartiidhaaf hin uumamne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi