-
Uumama 13:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Loox inni Abraamii wajjin deemaa tures, hoolota, loonii fi dunkaanota qaba ture. 6 Kanaafuu, hundi isaanii iddoo tokko jiraachuuf lafti sun isaan hin geenye; qabeenyi isaanii akka malee waan baayʼateefis sana booda isaan waliin jiraachuu hin dandeenye.
-