-
Uumama 19:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yommuu gara Sodoomii fi Gomoraa, akkasumas gara biyya guutummaa koonyaa sanaatti gad ilaalus wanta baayʼee nama sodaachisu tokko arge. Biyya sana keessaas aarri guddaan aara guddaa iddoo ibiddaatii baʼu fakkaatu ol baʼaa ture!+
-