-
Uumama 19:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yommuu gara Sodoomii fi Gomoraa, akkasumas gara biyya guutummaa koonyaa sanaatti gad ilaalus wanta baayʼee nama sodaachisu tokko arge. Biyya sana keessaas aarri guddaan aara guddaa iddoo ibiddaatii baʼu fakkaatu ol baʼaa ture!+ 29 Kanaafuu, Waaqayyo yeroo magaalota koonyaa sanaa balleessetti, magaalota Loox keessa jiraachaa turee fi garagalche sana keessaa Looxiin baasuudhaan Abrahaamiin ni yaadate.+
-