Keessa Deebii 2:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 (Eemiim+ warri saba guddaa, saba hedduu fi akka Anaaqiim dhedheeroo taʼan dur achi jiraatu turan. 11 Refaayimis+ akka Anaaqiimitti+ ilaalamu turan; Moʼaabonnis Eemiim jedhanii isaan waamu turan.
10 (Eemiim+ warri saba guddaa, saba hedduu fi akka Anaaqiim dhedheeroo taʼan dur achi jiraatu turan. 11 Refaayimis+ akka Anaaqiimitti+ ilaalamu turan; Moʼaabonnis Eemiim jedhanii isaan waamu turan.