Keessa Deebii 32:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+ Faarfannaa 104:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee akkam baayʼatu!+ Hunda isaanii ogummaadhaan tolchite.+ Lafti wanta ati tolchiteen guutamteetti. 1 Ximotewos 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Wanti Waaqayyo uume hundinuu gaarii dha;+ galateeffannaadhaan yoo nyaatame wanti gatamu hin jiru;+
4 Inni Qarsaa dha, wanti inni godhu mudaa hin qabu;+Daandiiwwan isaa hundi haqa qabeessa dha.+ Inni Waaqa amanamaa+ matumaa haqa hin jalʼisne dha;+Inni qajeelaa fi sirrii dha.+
24 Yaa Yihowaa, hojiiwwan kee akkam baayʼatu!+ Hunda isaanii ogummaadhaan tolchite.+ Lafti wanta ati tolchiteen guutamteetti.