-
2 Saamuʼel 18:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Abishaalom yommuu lubbuudhaan turetti, “Ilma maqaan koo ittiin yaadatamu hin qabu”+ jechuudhaan, siidaa tokko fudhatee Sulula* Mootichaa+ keessatti ofii isaatiif dhaabbatee ture. Kanaafuu, siidaa sana maqaa isaatiin moggaase; siidaan sun hanga guyyaa harʼaatti Siidaa Yaadannoo Abishaalom jedhamee waamama.
-