Uumama 17:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana booda maqaan kee Abraam* hin jedhamu; ani abbaa saboota hedduu waanan si godhuuf maqaan kee Abrahaam* jedhama. 6 Baayʼee akka hortu waanan godhuuf, saboonni hedduun si irraa ni argamu; mootonnis si keessaa ni baʼu.+
5 Kana booda maqaan kee Abraam* hin jedhamu; ani abbaa saboota hedduu waanan si godhuuf maqaan kee Abrahaam* jedhama. 6 Baayʼee akka hortu waanan godhuuf, saboonni hedduun si irraa ni argamu; mootonnis si keessaa ni baʼu.+