Baʼuu 7:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Faraʼoon garuu isin hin dhagaʼu; anis harka koo biyya Gibxii irra kaaʼee, saba koo warra hedduu taʼan,* jechuunis Israaʼelota murtii guddaadhaan biyya Gibxii keessaa nan baasa.+ Lakkoofsa 33:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yeroo kanatti warri Gibxii angafoota warra Yihowaan isaan gidduudhaa rukute+ hundumaa awwaalaa turan; sababiin isaas, Yihowaan waaqolii isaanii adabee ture.+
4 Faraʼoon garuu isin hin dhagaʼu; anis harka koo biyya Gibxii irra kaaʼee, saba koo warra hedduu taʼan,* jechuunis Israaʼelota murtii guddaadhaan biyya Gibxii keessaa nan baasa.+
4 Yeroo kanatti warri Gibxii angafoota warra Yihowaan isaan gidduudhaa rukute+ hundumaa awwaalaa turan; sababiin isaas, Yihowaan waaqolii isaanii adabee ture.+