Baʼuu 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kanaafuu, ani dhiphina harka namoota Gibxiitiin isin irra gaʼu jalaa isin baasee,+ gara biyya Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa,+ Pheriizotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaatti,+ gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti+ isin nan galcha jedheera.”’
17 Kanaafuu, ani dhiphina harka namoota Gibxiitiin isin irra gaʼu jalaa isin baasee,+ gara biyya Kanaʼaanotaa, Heetotaa, Amoorotaa,+ Pheriizotaa, Hiiwotaa fi Yebuusotaatti,+ gara biyya aannanii fi damma maddisiistutti+ isin nan galcha jedheera.”’