-
Uumama 13:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Ani sanyii kee akka biyyoo lafaa nan godha; akkuma biyyoon lafaa lakkaaʼamuu hin dandeenye, sanyiin kees lakkaaʼamuu kan hin dandeenye taʼa.+
-
-
Roomaa 4:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 (Kunis kan taʼe akkuma, “Ani saboota hedduudhaaf abbaa si godheera” jedhamee barreeffametti.)+ Kun kan taʼe Waaqayyo isa Abrahaam amanate, isa warra duʼan jiraataa godhuu fi wantoota hin jirre akka jiranitti waamu duratti dha.
-