1 Qorontos 15:45 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Kanaafuu, “Addaam namni jalqabaa, nama* jiraataa taʼe”+ jedhamee barreeffameera. Addaam inni boodaa hafuura jireenya kennu taʼe.+ 1 Qorontos 15:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Namni inni jalqabaa lafa irraa ti, akkasumas biyyoo irraa tolfame;+ namni inni lammaffaan samii irraa ti.+
45 Kanaafuu, “Addaam namni jalqabaa, nama* jiraataa taʼe”+ jedhamee barreeffameera. Addaam inni boodaa hafuura jireenya kennu taʼe.+
47 Namni inni jalqabaa lafa irraa ti, akkasumas biyyoo irraa tolfame;+ namni inni lammaffaan samii irraa ti.+