-
Uumama 19:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis, “Maaloo, yaa gooftolii koo, gara mana ana tajaajilaa keessaniitti goraatii as bulaa; miilli keessanis isiniif haa dhiqamu. Achiis ganamaan kaatanii karaa keessan qajeeluu dandeessu” isaaniin jedhe. Yeroo kanatti isaan, “Lakki, addabaabayii keessa bulla” jedhan.
-
-
Uumama 24:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Yeroo kanatti namichi gara manaatti ni seene; innis* gaalota irraa feʼumsa hiikee galabaa fi gafara isaaniif ni kenne; namichaa fi namoota isaa wajjin turaniifis bishaan miilaa ni kenne.
-