Keessa Deebii 4:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Wantoota ijji keessan arge kana akka hin irraanfannee fi umurii keessan guutuu garaa keessan keessaa akka hin badneef of eeggadhaa;* dammaqoos taʼaa. Ijoollee keessanii fi ijoollee ijoollee keessanittis beeksisaa.+
9 “Wantoota ijji keessan arge kana akka hin irraanfannee fi umurii keessan guutuu garaa keessan keessaa akka hin badneef of eeggadhaa;* dammaqoos taʼaa. Ijoollee keessanii fi ijoollee ijoollee keessanittis beeksisaa.+