-
Keessa Deebii 29:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 jechuunis akkuma Sodoomii fi Gomoraa,+ akkasumas Admaa fi Zeboʼiim+ warra Yihowaan dheekkamsaa fi aarii isaatiin garagalche sanaatti, guutummaa biyyattii keessatti sanyiin akka hin facaafamneef yookiin akka hin margineef, biqiltuun akkamii iyyuus akka hin latneef, dinyii, soogiddaa fi ibidda gubu akka ishii irratti fide yommuu argan,
-
-
Luqaas 17:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Guyyaa Loox Sodoomii baʼetti garuu, ibiddii fi dinyiin samii irraa roobee hunda isaanii balleesse.+
-