17 Akkuma magaalattiidhaa alatti isaan baasaniin, isaan keessaa inni tokko, “Lubbuu keessan oolfachuuf baqadhaa! Gara duuba keessanii hin ilaalinaa;+ kutaa koonyaa sanaa isa kam iyyuu keessa hin dhaabbatinaa!+ Akka hin balleeffamneef, gara naannoo gaarotaa sanaatti baqadhaa!” jedhe.