5 Yeroo booda Abrahaam wanta qabu hundumaa Yisihaaqiif ni kenne;+ 6 ilmaan isaa warra saajjatoota isaa irraa dhalataniif garuu kennaawwan ni kenne. Achiis utuma lubbuudhaan jiruu Yisihaaq ilma isaa irraa fageessee+ kallattii bahaatiin gara biyya Bahaatti isaan erge.