-
Uumama 22:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Sana booda Abrahaam gara tajaajiltoota isaatti deebiʼe; isaanis kaʼanii walii wajjin gara Ber Sheebaatti+ deebiʼan; Abrahaamis Ber Sheebaa keessa jiraachuu isaa itti fufe.
-