-
Uumama 20:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis Abimelek hoolota, loon, tajaajiltoota dhiiraa fi tajaajiltoota durbaa fuudhee Abrahaamiif ni kenne; haadha manaa isaa Saaraas isaaf ni deebise. 15 Itti dabaluudhaanis Abimelek, “Kunoo, biyyi koo si dura jira. Bakka feete jiraachuu dandeessa” isaan jedhe.
-