Ibroota 6:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Waaqayyo yeroo Abrahaamiif waadaa gale, kan isa caalu kamiin iyyuu kakachuu waan hin dandeenyeef ofii isaatiin kakate;+ 14 “Ani dhugumaan sin eebbisa, ani dhugumaan sin baayʼisa”+ jedhe.
13 Waaqayyo yeroo Abrahaamiif waadaa gale, kan isa caalu kamiin iyyuu kakachuu waan hin dandeenyeef ofii isaatiin kakate;+ 14 “Ani dhugumaan sin eebbisa, ani dhugumaan sin baayʼisa”+ jedhe.