Iyyaasuu 14:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Maqaan Kebroon sana dura Qiriyaat Arbaa+ jedhama ture (Arbaan Anaaqiim gidduutti nama guddaa ture). Biyyattiinis waraana irraa boqonnaa argatte.+
15 Maqaan Kebroon sana dura Qiriyaat Arbaa+ jedhama ture (Arbaan Anaaqiim gidduutti nama guddaa ture). Biyyattiinis waraana irraa boqonnaa argatte.+