LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 25:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yisihaaq yommuu Ribqaa fuudhetti umuriin isaa waggaa 40 ture; ishiin intala Beetuʼel+ Aaraamichaa isa nama biyya Phaadaan Aaraam taʼe sanaa fi obboleettii Laabaan Aaraamichaa turte.

  • Uumama 29:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yaaqoob Raahel ishii intala eessuma isaa Laabaan taate sanaa fi hoolota Laabaan yommuu argu, yeruma sana dhaqee dhagicha afaan boolla bishaanii sana irraa gangalchee hoolota eessuma isaa bishaan obaase.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi