Uumama 28:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Akka kanaan Yisihaaq Yaaqoobiin ni geggeesse; innis gara Phaadaan Aaraam, gara Laabaan ilma Beetuʼel Aaraamichaatti+ ni qajeele; Laabaan obboleessa Ribqaa+ ishii haadha Yaaqoobii fi Esaawu taate sanaa ti.
5 Akka kanaan Yisihaaq Yaaqoobiin ni geggeesse; innis gara Phaadaan Aaraam, gara Laabaan ilma Beetuʼel Aaraamichaatti+ ni qajeele; Laabaan obboleessa Ribqaa+ ishii haadha Yaaqoobii fi Esaawu taate sanaa ti.