LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 16:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Boodas maleekaan Yihowaa burqaa lafa onaa keessa jiru, jechuunis burqaa daandii gara Shuuritti+ geessu irra jiru tokko biratti ishii arge. 8 Innis, “Yaa Aggaar tajaajiltuu Saaraay eessaa dhufte? Eessa deemaa jirta?” ishiidhaan jedhe. Ishiinis, “Ani giiftii tiyya Saaraay jalaa baqadhee deemaan jira” isaan jette.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi