- 
	                        
            
            Uumama 16:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Itti dabaluudhaanis maleekaan Yihowaa akkana ishiidhaan jedhe: “Kunoo, ati ulfoofteetta; ilmas ni deessa; Yihowaan dhiphattee iyyuu kee waan dhagaʼeef, maqaa isaa Ishmaaʼel* jedhii moggaasi. 12 Inni akka harree bosonaa* ni taʼa. Nama hundumaa irratti harka isaa ni kaasa; namni hundis isa irratti harka ni kaasa; inni faallaa obboloota isaa hundumaatiin ni jiraata.”*
 
 -