-
Keessa Deebii 21:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 guyyaa dhaala isaa ilmaan isaatiif kennutti, mirga angafummaa sana ilma angafaa dubartii hin jaallatamne sanaa irraa fuudhee, ilma dubartii jaallatamtu sanaaf akka kennu isaaf hin heyyamamu. 17 Ilmi dubartii hin jaallatamne sanaa firii jalqaba jabina isaa waan taʼeef, wanta qabu hundumaa keessaa dachaa lama isaaf kennuudhaan akka ilma angafaatti isa ilaaluu qaba. Mirgi angafummaa kan isaa ti.+
-