Uumama 12:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti biyyattii keessatti beelli ni buʼe; beelichi biyyattii keessatti waan hammaateef,+ Abraam yeroo muraasaaf*+ achi jiraachuuf gara Gibxiitti gad buʼe.
10 Yeroo kanatti biyyattii keessatti beelli ni buʼe; beelichi biyyattii keessatti waan hammaateef,+ Abraam yeroo muraasaaf*+ achi jiraachuuf gara Gibxiitti gad buʼe.