-
Uumama 24:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Intalattiin baayʼee bareedduu fi durba turte; matumaas dhiiraa wajjin saalqunnamtii raawwattee hin beektu turte. Ishiinis gara burqaa sanaatti gad buutee hubboo ishiitti bishaan guuttee ol deebite.
-