-
Uumama 20:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Achiis Abimelek Abrahaamiin waamee, “Wanti ati nu irratti raawwatte kun maali dha? Ati anaa fi mootummaa koo irratti cubbuu guddaa akkanaa kan fidde, ani cubbuu maalii si irratti raawwannaani? Wanti ana irratti raawwatte kun sirrii miti.”
-