-
Uumama 21:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Yeroo kanatti Abrahaam hoolotaa fi loon fuudhee Abimelekiif kenne; lamaan isaaniis kakuu waliif galan.
-
-
Uumama 21:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Abrahaamis, “Ani boolla bishaanii kana akkan qote ragaa akka taʼuuf hoolota goromtii torban kana ana harkaa fudhadhu” isaan jedhe.
-