Ibroota 11:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni Yisihaaqii fi Yaaqoob warra isaa wajjin waadaa kana dhaalanii wajjin dunkaana keessa jiraachuudhaan+ akka waan biyya ormaa keessa jiraatutti keessummaa taʼee biyya waadaa isaaf galame+ sana keessa amantiidhaan jiraate.+
9 Inni Yisihaaqii fi Yaaqoob warra isaa wajjin waadaa kana dhaalanii wajjin dunkaana keessa jiraachuudhaan+ akka waan biyya ormaa keessa jiraatutti keessummaa taʼee biyya waadaa isaaf galame+ sana keessa amantiidhaan jiraate.+