Uumama 26:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yisihaaq ammas boollawwan bishaanii bara abbaa isaa Abrahaamitti qotamanii turanii fi erga Abrahaam duʼee booda Filisxeemonni duuchan sana deebisee qote;+ maqaa abbaan isaa isaaniif moggaasee tureenis isaan ni waame.+
18 Yisihaaq ammas boollawwan bishaanii bara abbaa isaa Abrahaamitti qotamanii turanii fi erga Abrahaam duʼee booda Filisxeemonni duuchan sana deebisee qote;+ maqaa abbaan isaa isaaniif moggaasee tureenis isaan ni waame.+