-
Uumama 27:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Yisihaaq Yaaqoobiin eebbisee akkuma xumureen, Yaaqoobis abbaa isaa Yisihaaq biraa akkuma deemeen, obboleessi isaa Esaawu adamoo irraa ni deebiʼe.+
-