-
Uumama 27:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yeroo kanatti haati isaa, “Yaa ilma koo, abaarsi siif yaadamu ana irra haa gaʼu. Ati akkuman siin jedhe godhi; dhaqiitii reʼoota sana naa fidi” isaan jette.+
-
-
Uumama 27:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Egaa yaa ilma koo, akkuman siin jedhu godhi. Kaʼiitii gara obboleessa koo Laabaan isa Kaaraan jirutti baqadhu.+
-