-
Uumama 27:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Sana booda Ribqaan uffata baʼeessa Esaawu isa ilma ishii isa angafa taʼe sanaa manaa fuutee Yaaqoob isa ilma ishii isa quxisuu taʼetti uwwiste.+
-