Uumama 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Bofti+ bineensota bosonaa Yihowaan uume hundumaa caalaa of eeggataa* ture. Kanaafuu bofichi dubartittiidhaan, “Waaqayyo dhuguma muka iddoo biqiltuu keessa jiru hundumaa irraa hin nyaatinaa isiniin jedheeraa?” jedhe.+
3 Bofti+ bineensota bosonaa Yihowaan uume hundumaa caalaa of eeggataa* ture. Kanaafuu bofichi dubartittiidhaan, “Waaqayyo dhuguma muka iddoo biqiltuu keessa jiru hundumaa irraa hin nyaatinaa isiniin jedheeraa?” jedhe.+