Uumama 31:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani Waaqa dhugaa isa Beetel+ bakka ati siidaa irratti zayitii dhangalaastee* fi anaaf wareega itti wareegde sanatti sitti mulʼate dha.+ Amma kaʼi, biyya kanaa baʼiitii biyya itti dhalattetti deebiʼi.’”+
13 Ani Waaqa dhugaa isa Beetel+ bakka ati siidaa irratti zayitii dhangalaastee* fi anaaf wareega itti wareegde sanatti sitti mulʼate dha.+ Amma kaʼi, biyya kanaa baʼiitii biyya itti dhalattetti deebiʼi.’”+