LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yeroo booda Yaaqoobii fi namoonni isaa wajjin jiran hundi gara Luuz,+ jechuunis gara Beetel ishii biyya Kanaʼaan keessatti argamtuu dhufan.

  • Iyyaasuu 16:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Biyyi carraadhaan+ sanyii Yoseefiif+ kenname Yordaanos isa Yerikoo biratti argamu irraa hamma burqaa isa baha Yerikootti argamuu yeroo taʼu, lafa onaa isa Yerikoodhaa ol baʼu keessa darbee gara naannoo gaarotaa Beetelitti qajeela.+ 2 Achiis Beetel ishii kan Luuz taate irraa kaʼee hamma daangaa Arkootaa isa Ataarot biratti argamuutti itti fufa;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi