-
Uumama 27:42, 43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Ribqaan wanti ilmi ishii inni angafaa Esaawu dubbate yommuu itti himamu, yeruma sana ilma ishii isa quxisuu Yaaqoobitti ergitee erga waamsistee booda akkana isaan jette: “Kunoo, obboleessi kee Esaawu si ajjeesuudhaan haaloo baʼuuf karoorfateera.* 43 Egaa yaa ilma koo, akkuman siin jedhu godhi. Kaʼiitii gara obboleessa koo Laabaan isa Kaaraan jirutti baqadhu.+
-