LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 30:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Achiis Laabaan, “Ani Yihowaan sababa keetiin na eebbisaa akka jiru milkiin arge* irraa waanan hubadheef, si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe asuma taaʼi” isaan jedhe. 28 Itti dabaluudhaanis, “Mindaa kee murteessii natti himi; anis siifan kenna”+ isaan jedhe.

  • Uumama 31:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Abbaan keessan na gowwoomsuuf yaalii godheera; mindaa koos siʼa kudhan jijijjiireera; Waaqayyo garuu akka na miidhu isaaf hin heyyamne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi