LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 16:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Saaraay haati manaa Abraam ijoollee isaaf hin deenye turte;+ haa taʼu malee, ishiin tajaajiltuu nama biyya Gibxii taatee fi Aggaar+ jedhamtu tokko qabdi turte. 2 Saaraayis Abraamiin, “Maaloo na dhagaʼi! Yihowaan ijoollee akkan hin deenye na godheera. Maaloo, tajaajiltuu tiyyaa wajjin saalqunnamtii raawwadhu. Tarii karaa ishii ijoollee nan argadhan taʼa” jette.+ Kanaafuu, Abraam wanta Saaraay jette ni dhagaʼe.

  • Uumama 30:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Liyaan ijoollee godhachuu akka dhaabde yommuu hubattu, tajaajiltuu ishii Zilfaa fuutee haadha manaa akka isaaf taatuuf Yaaqoobiif kennite.+

  • Uumama 46:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanneen kun ilmaan Zilfaa+ ishii Laabaan intala isaa Liyaadhaaf kenne sanaa turan. Ishiin kanneen kana Yaaqoobiif ni deesse; isaan walumaa galatti namoota* 16 turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi