-
Uumama 35:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Ilmaan inni Biilhaa ishii tajaajiltuu Raahel taate irraa dhalche, Daanii fi Niftaalem turan.
-
-
Keessa Deebii 33:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Waaʼee Niftaalem akkana jedhe:+
“Niftaalem gaarummaa quufeera,
Eebba Yihowaatiinis guutameera.
Ati dhihaa fi kibba dhaalaan fudhadhu.”
-