-
Uumama 31:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yommuu inni, ‘Warri tuqaa hedduu of irraa qaban mindaa kee ni taʼu’ jedhu, bushaayeen hundi ilmoolee tuqaa hedduu of irraa qaban ni dhalu turan; yommuu inni, ‘Warri sarara of irraa qaban mindaa kee ni taʼu’ jedhu immoo, bushaayeen hundi ilmoolee sarara of irraa qaban ni dhalu turan.+
-