LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 32:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ani qotiyyoowwan, harroota, hoolota, tajaajiltoota dhiiraa fi durbaa argadheera;+ si duratti fudhatama argachuufis ergaa kana gara si gooftaa kootti ergeera.”’”

  • Uumama 36:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Sana booda Esaawu haadhotii manaa isaa, ilmaan isaa, ijoollee durbaa isaa, miseensota* maatii isaa hundumaa, bushaayee isaa fi horii isaa hundumaa, akkasumas qabeenya biyya Kanaʼaan keessatti horate hundumaa+ fudhatee obboleessa isaa Yaaqoob irraa hamma tokko fagaatee gara biyya kan biraa deeme.+ 7 Sababiin isaas, miini isaanii akka malee baayʼee waan tureef isaan waliin jiraachuu hin dandeenye; horii isaaniitiin kan kaʼes biyyi isaan keessa jiraachaa* turan hunduma isaaniitiif gaʼaa hin turre.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi