-
Uumama 30:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Atis gara fuulduraatti mindaa koo ilaaluuf yommuu dhuftu, qajeelummaan* koo anaaf ragaa ni baʼa; reʼoota goromtii gidduudhaa warri tuqaa hedduu of irraa hin qabnee fi warri buburree hin taane hundi, akkasumas hoolota xobbaallaa gidduudhaa warri magaala hin taane hundi ana biratti yoo argaman akka hatamanitti ilaalamu.”
-