-
Uumama 30:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Yeroo kanatti Yaaqoob akkana isaan jedhe: “Akkam akkan si tajaajilee fi bushaayeen kee ana biratti akkam akka horan beekta;+ 30 ani dhufuu koo dura waanuma xinnoo qabda turte; ergan dhufee booda garuu bushaayeen kee wal horanii baayʼataniiru; Yihowaanis si eebbiseera. Maarree, mana kootiif yooman waa godha?”+
-