LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 29:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yommuu bariʼus Yaaqoob ishiin isaa wajjin ciiste Liyaa taʼuu ishii arge! Kanaafuu Laabaaniin, “Wanti ati na irratti raawwatte kun maali dha? Kanan si tajaajile Raaheliif jedhee mitii? Maaliif na gowwoomsite ree?”+ jedhe.

  • Uumama 31:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Horii bineensi+ ciccire akkamii iyyuu gara keetti fidee hin beeku. Wanta sana anumatu bakka buusa ture. Horiin tokko kan hatame halkan yookiin guyyaa yoo taʼe, akkan bakka siif buusu na dirqisiista turte.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi