Roomaa 8:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Uumamni wanta gatii hin qabneef bitameera;+ taʼus kan bitame fedhii isaatiin utuu hin taʼin, karaa isa abdiidhaan akka bitamu godhe sanaatiini;
20 Uumamni wanta gatii hin qabneef bitameera;+ taʼus kan bitame fedhii isaatiin utuu hin taʼin, karaa isa abdiidhaan akka bitamu godhe sanaatiini;