Uumama 35:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yeroo booda Yaaqoob gara iddoo abbaan isaa Yisihaaq jiruutti, gara Maamree+ isa Qiriyaat Arbaa, jechuunis Kebroon keessatti argamuu ni dhufe; Abrahaamii fi Yisihaaq namoota biyya ormaa taʼanii iddoo kana jiraachaa turan.+
27 Yeroo booda Yaaqoob gara iddoo abbaan isaa Yisihaaq jiruutti, gara Maamree+ isa Qiriyaat Arbaa, jechuunis Kebroon keessatti argamuu ni dhufe; Abrahaamii fi Yisihaaq namoota biyya ormaa taʼanii iddoo kana jiraachaa turan.+